Sad · 81/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
إِلَىٰ يَوْمِ الْوَقْتِ الْمَعْلُومِ ۝٨١
Ilaa Yawmil waqtil ma`loom
📖 Afaan Oromoon
“Hanga guyyaa yeroo beekamaatti.”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 79-83 — Suuratu Sad

79قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
(Ibliisis) ni jedhe: “hanga guyyaa (du’a irraa) kaafamaniitti na tursiisi.”
80قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiinis) “dhugumatti, ati warra tursiifaman irraayi” jedheen
81إِلَىٰ يَوْمِ الْوَقْتِ الْمَعْلُومِ
“Hanga guyyaa yeroo beekamaatti.”
82قَالَ فَبِعِزَّتِكَ لَأُغْوِيَنَّهُمْ أَجْمَعِينَ
(Ibliisis) ni jedhe: “jabeenya keetiin kakadhee! Isaan hunda nan jallisa
83إِلَّا عِبَادَكَ مِنْهُمُ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota kee irraa isaan qulqulleefamoo malee.”
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
81Aayah

Hiikkaa — Sad 81

Suuratu Sad Aayah 81 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Hanga guyyaa yeroo beekamaatti.”

Suuratu Aayah 81/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 79–83. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers