Ad-Dukhan · 38/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا لَاعِبِينَ ۝٣٨
Wa maa khalaqnas samaawaati wal arda wa maa baina humaa laa`ibeen
📖 Afaan Oromoon
Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu Ad-Dukhan

36فَأْتُوا بِآبَائِنَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.”
37أَهُمْ خَيْرٌ أَمْ قَوْمُ تُبَّعٍ وَالَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۚ أَهْلَكْنَاهُمْ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا مُجْرِمِينَ
Sila isaantu caala moo ummata Tubba’iifi warra isaan duraati? Isaan yakkamtoota taanaan isaan balleessine
38وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا لَاعِبِينَ
Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne
39مَا خَلَقْنَاهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Dhugaan malee isaan lachan hin uumneGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
40إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ مِيقَاتُهُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 38

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin…

Suuratu Aayah 38/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers