Ad-Dukhan · 9/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
بَلْ هُمْ فِي شَكٍّ يَلْعَبُونَ ۝٩
Bal hum fee shakkiny yal`aboon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti isaan shakkii keessa taphatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Ad-Dukhan

7رَبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا ۖ إِن كُنتُم مُّوقِنِينَ
(Rahmata) Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaan lamaanii irraa ta’eetiYoo kan dhugoomsitan taataniif (kana hubadhaa)
8لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ يُحْيِي وَيُمِيتُ ۖ رَبُّكُمْ وَرَبُّ آبَائِكُمُ الْأَوَّلِينَ
Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruNi jiraachisa; ni ajjeessas(Inni) Gooftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan kan jalqabaati
9بَلْ هُمْ فِي شَكٍّ يَلْعَبُونَ
Dhugumatti isaan shakkii keessa taphatu
10فَارْتَقِبْ يَوْمَ تَأْتِي السَّمَاءُ بِدُخَانٍ مُّبِينٍ
Kanaafuu, guyyaa samiin aara ifa ba’aan dhuftu (waan isaan mudatu) eegi
11يَغْشَى النَّاسَ ۖ هَٰذَا عَذَابٌ أَلِيمٌ
(Aarri kun) namoota haguugaKun adabbii laalessaadha
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 9

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti isaan shakkii keessa taphatu

Suuratu Aayah 9/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers