Al-Maidah · 70/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Maidah
لَقَدْ أَخَذْنَا مِيثَاقَ بَنِي إِسْرَائِيلَ وَأَرْسَلْنَا إِلَيْهِمْ رُسُلًا ۖ كُلَّمَا جَاءَهُمْ رَسُولٌ بِمَا لَا تَهْوَىٰ أَنفُسُهُمْ فَرِيقًا كَذَّبُوا وَفَرِيقًا يَقْتُلُونَ ۝٧٠
Laqad akhaznaa meesaaqa Banee Israaa`eela wa arsalnaaa ilaihim Rusulan kullamaa jaaa`ahum Rasoolum bimaa laa tahwaaa anfusuhum fareeqan kazzaboo wa fareeqany yaqtuloon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti waadaa Ilmaan Israa’iil irraa fuunee ergamootas gara isaanitti erginee jirraDhawaata ergamaan waan lubbuun isaanii hin feeneen isaanitti dhufuun garii isaanii ni kijibsiisu; garii isaanii immoo ni ajjeesu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 68-72 — Suuratu Al-Maidah

68قُلْ يَا أَهْلَ الْكِتَابِ لَسْتُمْ عَلَىٰ شَيْءٍ حَتَّىٰ تُقِيمُوا التَّوْرَاةَ وَالْإِنجِيلَ وَمَا أُنزِلَ إِلَيْكُم مِّن رَّبِّكُمْ ۗ وَلَيَزِيدَنَّ كَثِيرًا مِّنْهُم مَّا أُنزِلَ إِلَيْكَ مِن رَّبِّكَ طُغْيَانًا وَكُفْرًا ۖ فَلَا تَأْسَ عَلَى الْقَوْمِ الْكَافِرِينَ
Jedhi: "Yaa warra kitaabaa! Isin hanga Tawraatiin, Injiiliifi waan Gooftaa keessan irraa gara keessanitti buufametti hojjattanitti homaa irra hin jirtan." Dhugumatti, wanti Gooftaa kee irraa gara keetti buufame daangaa dabruufi kufrii irra hedduu isaaniitiif dabalaUmmata kaafiraa irratti hin gaddin
69إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا وَالَّذِينَ هَادُوا وَالصَّابِئُونَ وَالنَّصَارَىٰ مَنْ آمَنَ بِاللَّهِ وَالْيَوْمِ الْآخِرِ وَعَمِلَ صَالِحًا فَلَا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلَا هُمْ يَحْزَنُونَ
Isaannan amanan, isaan yahuudoman, saabi’oonnii[]fi kiristaanonnis, namni Rabbiifi guyyaa Aakhiraatti amanee, wantoota gaggaariis dalage, isaan irra sodaan hin jiru; isaan hin gaddanis
70لَقَدْ أَخَذْنَا مِيثَاقَ بَنِي إِسْرَائِيلَ وَأَرْسَلْنَا إِلَيْهِمْ رُسُلًا ۖ كُلَّمَا جَاءَهُمْ رَسُولٌ بِمَا لَا تَهْوَىٰ أَنفُسُهُمْ فَرِيقًا كَذَّبُوا وَفَرِيقًا يَقْتُلُونَ
Dhugumatti, Nuti waadaa Ilmaan Israa’iil irraa fuunee ergamootas gara isaanitti erginee jirraDhawaata ergamaan waan lubbuun isaanii hin feeneen isaanitti dhufuun garii isaanii ni kijibsiisu; garii isaanii immoo ni ajjeesu
71وَحَسِبُوا أَلَّا تَكُونَ فِتْنَةٌ فَعَمُوا وَصَمُّوا ثُمَّ تَابَ اللَّهُ عَلَيْهِمْ ثُمَّ عَمُوا وَصَمُّوا كَثِيرٌ مِّنْهُمْ ۚ وَاللَّهُ بَصِيرٌ بِمَا يَعْمَلُونَ
Adabni hin jiru jechuu yaadanKanaafuu jaamanii duudanErgasii Rabbiin tawbaa isaanii irraa qeebaleErgasiis irra hedduun isaanii jaamanii duudanRabbiin waan isaan dalagan argaadha
72لَقَدْ كَفَرَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ هُوَ الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ ۖ وَقَالَ الْمَسِيحُ يَا بَنِي إِسْرَائِيلَ اعْبُدُوا اللَّهَ رَبِّي وَرَبَّكُمْ ۖ إِنَّهُ مَن يُشْرِكْ بِاللَّهِ فَقَدْ حَرَّمَ اللَّهُ عَلَيْهِ الْجَنَّةَ وَمَأْوَاهُ النَّارُ ۖ وَمَا لِلظَّالِمِينَ مِنْ أَنصَارٍ
Isaan "Rabbiin Masiih Ilma Maryami" jedhan dhugumatti kafaranii jiruMasiihis ni jedhe: "Yaa Ilmaan Israaiil! Rabbii Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan ta’e gabbaraaDhugumatti, dubbiin namni Rabbitti waa qindeesse, Rabbiin isa irratti jannata haraama taasiseeraTeessoon isaas ibiddaMiidhaa raawwattootaafis tumsitoonni hin jiranu
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
70Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 70

Suuratu Al-Maidah Aayah 70 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti waadaa Ilmaan Israa’iil irraa fuunee ergamootas gara isaanitti…

Suuratu Aayah 70/120 — Suuratu Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Maidah Caqasi, Suuratu Al-Maidah Hiikkaa, Suuratu Al-Maidah mp3, Suuratu Al-Maidah pdf. Aayah 68–72. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers