Adh-Dhariyat · 22/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَفِي السَّمَاءِ رِزْقُكُمْ وَمَا تُوعَدُونَ ۝٢٢
Wa fissamaaa`i rizqukum wa maa too`adoon
📖 Afaan Oromoon
Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Adh-Dhariyat

20وَفِي الْأَرْضِ آيَاتٌ لِّلْمُوقِنِينَ
Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru
21وَفِي أَنفُسِكُمْ ۚ أَفَلَا تُبْصِرُونَ
Lubbuu keessan keessas (akkasuma)Sila hin argitanuu
22وَفِي السَّمَاءِ رِزْقُكُمْ وَمَا تُوعَدُونَ
Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira
23فَوَرَبِّ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ إِنَّهُ لَحَقٌّ مِّثْلَ مَا أَنَّكُمْ تَنطِقُونَ
Gooftaa samiifi dachiitiin kakadhee! Inni dhugaa fakkiidhuma waan isinuu dubbattanuuti
24هَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ الْمُكْرَمِينَ
Seenaan keessummaa Ibraahiim kabajamoo ta’anii sitti dhufeeraa
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 22

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira

Suuratu Aayah 22/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers