At-Tur · 29/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
فَذَكِّرْ فَمَا أَنتَ بِنِعْمَتِ رَبِّكَ بِكَاهِنٍ وَلَا مَجْنُونٍ ۝٢٩
Fazakkir famaaa anta bini`mati rabbika bikaahininw wa laa majnoon
📖 Afaan Oromoon
Yaadachiisi! Ati ni’imaa Gooftaa keetiitiin, raagaafi maraataa miti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 27-31 — Suuratu At-Tur

27فَمَنَّ اللَّهُ عَلَيْنَا وَوَقَانَا عَذَابَ السَّمُومِ
Rabbiin nu qanansiisee, adabbii summaa’aa jalaas nu baraarse
28إِنَّا كُنَّا مِن قَبْلُ نَدْعُوهُ ۖ إِنَّهُ هُوَ الْبَرُّ الرَّحِيمُ
Nuti dhugumatti, kana dura Isa kadhataa turreInni dhugumatti, Isumatu tola oolaa, mararfataadha.”
29فَذَكِّرْ فَمَا أَنتَ بِنِعْمَتِ رَبِّكَ بِكَاهِنٍ وَلَا مَجْنُونٍ
Yaadachiisi! Ati ni’imaa Gooftaa keetiitiin, raagaafi maraataa miti
30أَمْ يَقُولُونَ شَاعِرٌ نَّتَرَبَّصُ بِهِ رَيْبَ الْمَنُونِ
“Weellisaadha; dhufuu du’aa isa irratti eegna” jedhan mitii
31قُلْ تَرَبَّصُوا فَإِنِّي مَعَكُم مِّنَ الْمُتَرَبِّصِينَ
“Eegaa! Anis isin waliin warra eegu irrayii” jedhiin
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — At-Tur 29

Suuratu At-Tur Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaadachiisi! Ati ni’imaa Gooftaa keetiitiin, raagaafi maraataa miti

Suuratu Aayah 29/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers