At-Tur · 30/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
أَمْ يَقُولُونَ شَاعِرٌ نَّتَرَبَّصُ بِهِ رَيْبَ الْمَنُونِ ۝٣٠
Am yaqooloona shaa`irun natarabbasu bihee raibal manoon
📖 Afaan Oromoon
“Weellisaadha; dhufuu du’aa isa irratti eegna” jedhan mitii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 28-32 — Suuratu At-Tur

28إِنَّا كُنَّا مِن قَبْلُ نَدْعُوهُ ۖ إِنَّهُ هُوَ الْبَرُّ الرَّحِيمُ
Nuti dhugumatti, kana dura Isa kadhataa turreInni dhugumatti, Isumatu tola oolaa, mararfataadha.”
29فَذَكِّرْ فَمَا أَنتَ بِنِعْمَتِ رَبِّكَ بِكَاهِنٍ وَلَا مَجْنُونٍ
Yaadachiisi! Ati ni’imaa Gooftaa keetiitiin, raagaafi maraataa miti
30أَمْ يَقُولُونَ شَاعِرٌ نَّتَرَبَّصُ بِهِ رَيْبَ الْمَنُونِ
“Weellisaadha; dhufuu du’aa isa irratti eegna” jedhan mitii
31قُلْ تَرَبَّصُوا فَإِنِّي مَعَكُم مِّنَ الْمُتَرَبِّصِينَ
“Eegaa! Anis isin waliin warra eegu irrayii” jedhiin
32أَمْ تَأْمُرُهُمْ أَحْلَامُهُم بِهَٰذَا ۚ أَمْ هُمْ قَوْمٌ طَاغُونَ
Sila sammuu isaaniitu kanatti isaan ajaja moo? Lakkii, isaanumatu ummata daangaa darboodha
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — At-Tur 30

Suuratu At-Tur Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Weellisaadha; dhufuu du’aa isa irratti eegna” jedhan mitii

Suuratu Aayah 30/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers