At-Tur · 45/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
فَذَرْهُمْ حَتَّىٰ يُلَاقُوا يَوْمَهُمُ الَّذِي فِيهِ يُصْعَقُونَ ٤٥
Transliteration
Fazarhum hatta yulaaqoo yawmahumul lazee feehi yus`aqoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Hanga guyyaa isaanii kan isa keessa dhuman qunnamanitti isaan dhiisi
🎧 Caqasi
📜 Aayah 43-47 — Suuratu At-Tur
43أَمْ لَهُمْ إِلَٰهٌ غَيْرُ اللَّهِ ۚ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Moo Rabbiin malee gabbaramaa biraa qabu? Rabbiin waan isaan itti qixxeessan irraa qulqullaa’e
44وَإِن يَرَوْا كِسْفًا مِّنَ السَّمَاءِ سَاقِطًا يَقُولُوا سَحَابٌ مَّرْكُومٌ
Yoo samii irraa cittuu wahii kan gadi kuftu arganis “duumessa kuufamaadha” jedhu
45فَذَرْهُمْ حَتَّىٰ يُلَاقُوا يَوْمَهُمُ الَّذِي فِيهِ يُصْعَقُونَ
Hanga guyyaa isaanii kan isa keessa dhuman qunnamanitti isaan dhiisi
46يَوْمَ لَا يُغْنِي عَنْهُمْ كَيْدُهُمْ شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa tooftaan isaanii homaa isaan hin fayyadneefi isaanis hin tumsamne (hanga qunnamanitti)
47وَإِنَّ لِلَّذِينَ ظَلَمُوا عَذَابًا دُونَ ذَٰلِكَ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Dhugumatti, isaan miidhaa raawwataniif sana dura adabbiitu jiraGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
45Aayah
Hiikkaa — At-Tur 45
Suuratu At-Tur Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hanga guyyaa isaanii kan isa keessa dhuman qunnamanitti isaan dhiisiSuuratu Aayah 45/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Monday, September 7, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








