At-Tur · 46/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
يَوْمَ لَا يُغْنِي عَنْهُمْ كَيْدُهُمْ شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ ۝٤٦
Yawma laa yughnee `anhum kaidumhum shai`anw wa laa hum yunsaroon
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa tooftaan isaanii homaa isaan hin fayyadneefi isaanis hin tumsamne (hanga qunnamanitti)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu At-Tur

44وَإِن يَرَوْا كِسْفًا مِّنَ السَّمَاءِ سَاقِطًا يَقُولُوا سَحَابٌ مَّرْكُومٌ
Yoo samii irraa cittuu wahii kan gadi kuftu arganis “duumessa kuufamaadha” jedhu
45فَذَرْهُمْ حَتَّىٰ يُلَاقُوا يَوْمَهُمُ الَّذِي فِيهِ يُصْعَقُونَ
Hanga guyyaa isaanii kan isa keessa dhuman qunnamanitti isaan dhiisi
46يَوْمَ لَا يُغْنِي عَنْهُمْ كَيْدُهُمْ شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa tooftaan isaanii homaa isaan hin fayyadneefi isaanis hin tumsamne (hanga qunnamanitti)
47وَإِنَّ لِلَّذِينَ ظَلَمُوا عَذَابًا دُونَ ذَٰلِكَ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Dhugumatti, isaan miidhaa raawwataniif sana dura adabbiitu jiraGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
48وَاصْبِرْ لِحُكْمِ رَبِّكَ فَإِنَّكَ بِأَعْيُنِنَا ۖ وَسَبِّحْ بِحَمْدِ رَبِّكَ حِينَ تَقُومُ
Murtii Gooftaa keetiitiif obsiDhugumatti, ati tika keenya jala jirtaYeroo kaatu Faaruu Gooftaa keetiitiin Isa qulqulleessi
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — At-Tur 46

Suuratu At-Tur Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa tooftaan isaanii homaa isaan hin fayyadneefi isaanis hin tumsamne…

Suuratu Aayah 46/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers