An-Najm · 20/62
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Najm
وَمَنَاةَ الثَّالِثَةَ الْأُخْرَىٰ ۝٢٠
Wa manaatas saalisatal ukhraa
📖 Afaan Oromoon
Manaatiin kan sadaffaa duubatti haftuu taates (naaf himaa)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 18-22 — An-Najm

18لَقَدْ رَأَىٰ مِنْ آيَاتِ رَبِّهِ الْكُبْرَىٰ
Dhugumatti, inni mallattoolee Gooftaa isaa gurguddoo irraa argeera
19أَفَرَأَيْتُمُ اللَّاتَ وَالْعُزَّىٰ
Mee (taabota) Laatiifi Uzzaa (jedhaman) naaf himaa
20وَمَنَاةَ الثَّالِثَةَ الْأُخْرَىٰ
Manaatiin kan sadaffaa duubatti haftuu taates (naaf himaa)
21أَلَكُمُ الذَّكَرُ وَلَهُ الْأُنثَىٰ
Sila isiniif dhiirri taeeti dubartiin isaaf taatee
22تِلْكَ إِذًا قِسْمَةٌ ضِيزَىٰ
Isheen kun oggas qooda jalloodha
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — An-Najm 20

Suuratu An-Najm Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Manaatiin kan sadaffaa duubatti haftuu taates (naaf himaa)

Suuratu Aayah 20/62 — An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Najm Caqasi, An-Najm Hiikkaa, An-Najm mp3, An-Najm pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers