An-Najm · 21/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
أَلَكُمُ الذَّكَرُ وَلَهُ الْأُنثَىٰ ۝٢١
A-lakumuz zakaru wa lahul unsaa
📖 Afaan Oromoon
Sila isiniif dhiirri taeeti dubartiin isaaf taatee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu An-Najm

19أَفَرَأَيْتُمُ اللَّاتَ وَالْعُزَّىٰ
Mee (taabota) Laatiifi Uzzaa (jedhaman) naaf himaa
20وَمَنَاةَ الثَّالِثَةَ الْأُخْرَىٰ
Manaatiin kan sadaffaa duubatti haftuu taates (naaf himaa)
21أَلَكُمُ الذَّكَرُ وَلَهُ الْأُنثَىٰ
Sila isiniif dhiirri taeeti dubartiin isaaf taatee
22تِلْكَ إِذًا قِسْمَةٌ ضِيزَىٰ
Isheen kun oggas qooda jalloodha
23إِنْ هِيَ إِلَّا أَسْمَاءٌ سَمَّيْتُمُوهَا أَنتُمْ وَآبَاؤُكُم مَّا أَنزَلَ اللَّهُ بِهَا مِن سُلْطَانٍ ۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ وَمَا تَهْوَى الْأَنفُسُ ۖ وَلَقَدْ جَاءَهُم مِّن رَّبِّهِمُ الْهُدَىٰ
Isheen maqoota isiniifi abbootiin keessan odoo Rabbiin ragaa isheef hin buusin moggaaftani malee homaa mitiSe’aafi waan lubbuun isaanii feetu qofa hordofuDhugumaan qajeelfamni Rabbii isaanii irraa isaanitti dhufee jira
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — An-Najm 21

Suuratu An-Najm Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila isiniif dhiirri taeeti dubartiin isaaf taatee

Suuratu Aayah 21/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers