An-Najm · 27/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
إِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ لَيُسَمُّونَ الْمَلَائِكَةَ تَسْمِيَةَ الْأُنثَىٰ ۝٢٧
innal lazeena laa yu`minoona bil aakhirati la yusammoonal malaaa`ikata tasmiyatal unsaa
📖 Afaan Oromoon
Isaan Aakhiratti hin amanne moggaasa dubartootaa maleeykota moggaasu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu An-Najm

25فَلِلَّهِ الْآخِرَةُ وَالْأُولَىٰ
Aakiraafi addunyaanis kan Rabbiiti
26۞ وَكَم مِّن مَّلَكٍ فِي السَّمَاوَاتِ لَا تُغْنِي شَفَاعَتُهُمْ شَيْئًا إِلَّا مِن بَعْدِ أَن يَأْذَنَ اللَّهُ لِمَن يَشَاءُ وَيَرْضَىٰ
Maleeykota irraa, warra erga Rabbiin nama fedhuuf hayyamee, jaallate malee manguddummaan isaanii homaa hin fayyadne baay’eetu samii keessa jiru
27إِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ لَيُسَمُّونَ الْمَلَائِكَةَ تَسْمِيَةَ الْأُنثَىٰ
Isaan Aakhiratti hin amanne moggaasa dubartootaa maleeykota moggaasu
28وَمَا لَهُم بِهِ مِنْ عِلْمٍ ۖ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ ۖ وَإِنَّ الظَّنَّ لَا يُغْنِي مِنَ الْحَقِّ شَيْئًا
Isa irratti beekumsa homaatuu hin qabanShakkii malee homaa hin hordofanuShakkiin immoo dhugaa irraa homaa hin duroomsu
29فَأَعْرِضْ عَن مَّن تَوَلَّىٰ عَن ذِكْرِنَا وَلَمْ يُرِدْ إِلَّا الْحَيَاةَ الدُّنْيَا
Nama yaadannoo keenya irraa garagalee, jiruu addunyaa malee hin fedhin irraa garagali
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — An-Najm 27

Suuratu An-Najm Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan Aakhiratti hin amanne moggaasa dubartootaa maleeykota moggaasu

Suuratu Aayah 27/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers