Al-Qamar · 26/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
سَيَعْلَمُونَ غَدًا مَّنِ الْكَذَّابُ الْأَشِرُ ۝٢٦
Sa-ya`lamoona ghadam manil kazzaabul ashir
📖 Afaan Oromoon
Sobaan boonaan eenyuun akka ta’e boru beekuuf jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Al-Qamar

24فَقَالُوا أَبَشَرًا مِّنَّا وَاحِدًا نَّتَّبِعُهُ إِنَّا إِذًا لَّفِي ضَلَالٍ وَسُعُرٍ
Ni jedhan: “nama nurraa ta’e tokko hordofnaa? Nuti oggas jallinaafi maraatuu keessa jirra
25أَأُلْقِيَ الذِّكْرُ عَلَيْهِ مِن بَيْنِنَا بَلْ هُوَ كَذَّابٌ أَشِرٌ
Sila yaadachiifni kun nu hunda gidduu isa (Nabi Saalih) qofa irratti buufamee? Lakkisaa! Inni akkaan sobaa, boonaadha
26سَيَعْلَمُونَ غَدًا مَّنِ الْكَذَّابُ الْأَشِرُ
Sobaan boonaan eenyuun akka ta’e boru beekuuf jiru
27إِنَّا مُرْسِلُو النَّاقَةِ فِتْنَةً لَّهُمْ فَارْتَقِبْهُمْ وَاصْطَبِرْ
Dhugumatti, Nuti gaala dhaltuu isaaniin mokkoruuf ergoodhaKanaaf (Yaa Saalih!) Isaan eegi; obsis
28وَنَبِّئْهُمْ أَنَّ الْمَاءَ قِسْمَةٌ بَيْنَهُمْ ۖ كُلُّ شِرْبٍ مُّحْتَضَرٌ
Bishaan (gaalattii fi) isaan gidduutti qoodamus isaanitti himiDhugaatiin (garee) hundaayyuu dhufamaadha
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 26

Suuratu Al-Qamar Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sobaan boonaan eenyuun akka ta’e boru beekuuf jiru

Suuratu Aayah 26/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers