Al-Qamar · 47/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي ضَلَالٍ وَسُعُرٍ ۝٤٧
Innal mujrimeena fee dalaalinw wa su`ur
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, yakkamtoonni jallinaafi ibidda qabsiifamaa keessatti ta’u

🎧 Caqasi


📜 Aayah 45-49 — Suuratu Al-Qamar

45سَيُهْزَمُ الْجَمْعُ وَيُوَلُّونَ الدُّبُرَ
Tuutni isaanii cabsameeti dugda gara galuuf jiru
46بَلِ السَّاعَةُ مَوْعِدُهُمْ وَالسَّاعَةُ أَدْهَىٰ وَأَمَرُّ
Dhugumatti, Qiyaamaan beellama isaaniitiQiyaamaan irra ulfaattuufi akkaan hadhooftuudha
47إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي ضَلَالٍ وَسُعُرٍ
Dhugumatti, yakkamtoonni jallinaafi ibidda qabsiifamaa keessatti ta’u
48يَوْمَ يُسْحَبُونَ فِي النَّارِ عَلَىٰ وُجُوهِهِمْ ذُوقُوا مَسَّ سَقَرَ
Guyyaa fuula isaanii irratti ibidda keessa harkifaman, “tuqiinsa Saqar dhandhamaa” (jedhamaan)
49إِنَّا كُلَّ شَيْءٍ خَلَقْنَاهُ بِقَدَرٍ
Nuti waan hunda hamma murtaa’een isa uumne
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 47

Suuratu Al-Qamar Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, yakkamtoonni jallinaafi ibidda qabsiifamaa keessatti ta’u

Suuratu Aayah 47/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers