Al-Qamar · 49/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
إِنَّا كُلَّ شَيْءٍ خَلَقْنَاهُ بِقَدَرٍ ۝٤٩
Innaa kulla shai`in khalaqnaahu biqadar
📖 Afaan Oromoon
Nuti waan hunda hamma murtaa’een isa uumne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 47-51 — Suuratu Al-Qamar

47إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي ضَلَالٍ وَسُعُرٍ
Dhugumatti, yakkamtoonni jallinaafi ibidda qabsiifamaa keessatti ta’u
48يَوْمَ يُسْحَبُونَ فِي النَّارِ عَلَىٰ وُجُوهِهِمْ ذُوقُوا مَسَّ سَقَرَ
Guyyaa fuula isaanii irratti ibidda keessa harkifaman, “tuqiinsa Saqar dhandhamaa” (jedhamaan)
49إِنَّا كُلَّ شَيْءٍ خَلَقْنَاهُ بِقَدَرٍ
Nuti waan hunda hamma murtaa’een isa uumne
50وَمَا أَمْرُنَا إِلَّا وَاحِدَةٌ كَلَمْحٍ بِالْبَصَرِ
Ajajni keenya akkuma liphsuu ijaa yeroo tokko qofa
51وَلَقَدْ أَهْلَكْنَا أَشْيَاعَكُمْ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti fakkaattota keessan balleessinee jirraNamni gorfamu jiraa
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 49

Suuratu Al-Qamar Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti waan hunda hamma murtaa’een isa uumne

Suuratu Aayah 49/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers