Al-Waqi'ah · 18/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
بِأَكْوَابٍ وَأَبَارِيقَ وَكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ ۝١٨
Bi akwaabinw wa abaareeq, wa kaasim mim ma`een
📖 Afaan Oromoon
Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Waqi'ah

16مُّتَّكِئِينَ عَلَيْهَا مُتَقَابِلِينَ
Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu
17يَطُوفُ عَلَيْهِمْ وِلْدَانٌ مُّخَلَّدُونَ
Ijoollee (ijoollummaan) yeroo hunda jiraatantu isaan irra naanna’a
18بِأَكْوَابٍ وَأَبَارِيقَ وَكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ
Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een
19لَّا يُصَدَّعُونَ عَنْهَا وَلَا يُنزِفُونَ
Isii irraa hin bowwaafatan; hin machaa’anis
20وَفَاكِهَةٍ مِّمَّا يَتَخَيَّرُونَ
Fuduraalee irraa waan isaan filataniin (irra naanna’u)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 18

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een

Suuratu Aayah 18/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers