Al-Waqi'ah · 65/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
لَوْ نَشَاءُ لَجَعَلْنَاهُ حُطَامًا فَظَلْتُمْ تَفَكَّهُونَ ۝٦٥
Law nashaaa`u laja`al naahu hutaaman fazaltum tafakkahoon
📖 Afaan Oromoon
Odoo feenee caccabaa gooneeti kan dinqisiifattan taatan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 63-67 — Al-Waqi'ah

63أَفَرَأَيْتُم مَّا تَحْرُثُونَ
Mee waa’ee waan facaaftanii naaf himaa
64أَأَنتُمْ تَزْرَعُونَهُ أَمْ نَحْنُ الزَّارِعُونَ
Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha
65لَوْ نَشَاءُ لَجَعَلْنَاهُ حُطَامًا فَظَلْتُمْ تَفَكَّهُونَ
Odoo feenee caccabaa gooneeti kan dinqisiifattan taatan
66إِنَّا لَمُغْرَمُونَ
“Nuti dhugumatti hoonga’oodha”(jettu)
67بَلْ نَحْنُ مَحْرُومُونَ
“Lakkisaa; nuti dhorgamoodha” (waliin jettu)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
65Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 65

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 65 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo feenee caccabaa gooneeti kan dinqisiifattan taatan

Suuratu Aayah 65/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 63–67. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers