Al-Waqi'ah · 64/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
أَأَنتُمْ تَزْرَعُونَهُ أَمْ نَحْنُ الزَّارِعُونَ ۝٦٤
A-antum tazra`oonahooo am nahnuz zaari`ooon
📖 Afaan Oromoon
Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 62-66 — Suuratu Al-Waqi'ah

62وَلَقَدْ عَلِمْتُمُ النَّشْأَةَ الْأُولَىٰ فَلَوْلَا تَذَكَّرُونَ
Dhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne
63أَفَرَأَيْتُم مَّا تَحْرُثُونَ
Mee waa’ee waan facaaftanii naaf himaa
64أَأَنتُمْ تَزْرَعُونَهُ أَمْ نَحْنُ الزَّارِعُونَ
Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha
65لَوْ نَشَاءُ لَجَعَلْنَاهُ حُطَامًا فَظَلْتُمْ تَفَكَّهُونَ
Odoo feenee caccabaa gooneeti kan dinqisiifattan taatan
66إِنَّا لَمُغْرَمُونَ
“Nuti dhugumatti hoonga’oodha”(jettu)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
64Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 64

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha

Suuratu Aayah 64/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers