Al-Waqi'ah · 66/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
إِنَّا لَمُغْرَمُونَ ۝٦٦
Innaa lamughramoon
📖 Afaan Oromoon
“Nuti dhugumatti hoonga’oodha”(jettu)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 64-68 — Suuratu Al-Waqi'ah

64أَأَنتُمْ تَزْرَعُونَهُ أَمْ نَحْنُ الزَّارِعُونَ
Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha
65لَوْ نَشَاءُ لَجَعَلْنَاهُ حُطَامًا فَظَلْتُمْ تَفَكَّهُونَ
Odoo feenee caccabaa gooneeti kan dinqisiifattan taatan
66إِنَّا لَمُغْرَمُونَ
“Nuti dhugumatti hoonga’oodha”(jettu)
67بَلْ نَحْنُ مَحْرُومُونَ
“Lakkisaa; nuti dhorgamoodha” (waliin jettu)
68أَفَرَأَيْتُمُ الْمَاءَ الَّذِي تَشْرَبُونَ
Mee waa’ee bishaan dhugdanii san Naaf himaa
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
66Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 66

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 66 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Nuti dhugumatti hoonga’oodha”(jettu)

Suuratu Aayah 66/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 64–68. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers