Al-An'am · 118/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
فَكُلُوا مِمَّا ذُكِرَ اسْمُ اللَّهِ عَلَيْهِ إِن كُنتُم بِآيَاتِهِ مُؤْمِنِينَ ۝١١٨
Fakuloo mimmmaa zukirasmul laahi `alaihi in kuntum bi Aayaatihee mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Yoo keeyyattoota Isaatti kan amantan taataniif, waan maqaan Rabbii irratti dubbatame irraa qofa nyaadhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 116-120 — Al-An'am

116وَإِن تُطِعْ أَكْثَرَ مَن فِي الْأَرْضِ يُضِلُّوكَ عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ وَإِنْ هُمْ إِلَّا يَخْرُصُونَ
Yoo irra hedduu namoota dachii keessaatiin ajajamte, karaa Rabbii irraa si jallisuIsaan shakkii malee homaa hin hordofanIsaan kijiboo malee homaa hin taane
117إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ مَن يَضِلُّ عَن سَبِيلِهِ ۖ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isumatu nama karaa Isaa irraa jallatu irra beeka; warra qajeelanis Isumatu beeka
118فَكُلُوا مِمَّا ذُكِرَ اسْمُ اللَّهِ عَلَيْهِ إِن كُنتُم بِآيَاتِهِ مُؤْمِنِينَ
Yoo keeyyattoota Isaatti kan amantan taataniif, waan maqaan Rabbii irratti dubbatame irraa qofa nyaadhaa
119وَمَا لَكُمْ أَلَّا تَأْكُلُوا مِمَّا ذُكِرَ اسْمُ اللَّهِ عَلَيْهِ وَقَدْ فَصَّلَ لَكُم مَّا حَرَّمَ عَلَيْكُمْ إِلَّا مَا اضْطُرِرْتُمْ إِلَيْهِ ۗ وَإِنَّ كَثِيرًا لَّيُضِلُّونَ بِأَهْوَائِهِم بِغَيْرِ عِلْمٍ ۗ إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِالْمُعْتَدِينَ
Sila maaltu isiniif jiraayyi waan maqaan Rabbii irratti dubbatame nyaachuu dhiiftan? Wanti gara isaatti rakkifamtan odoo hafuu dhugumatti, Inni wantoota isin irratti dhorgamaa godhe isiniif addeesseeraDhugumatti, (namoonni) baay’een beekumsaan malee fedha lubbuu isaaniitiin jallatuDhugumatti, Gooftaan kee Isaatu irra beekaa warra daangaa d
120وَذَرُوا ظَاهِرَ الْإِثْمِ وَبَاطِنَهُ ۚ إِنَّ الَّذِينَ يَكْسِبُونَ الْإِثْمَ سَيُجْزَوْنَ بِمَا كَانُوا يَقْتَرِفُونَ
Badii ifa bahaafi dhokataa isaas dhiisaaDhugumatti, isaannan cubbuu hojjatan waan kijiba uumaniif fuuldura galata galfamu
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
118Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 118

Suuratu Al-An'am Aayah 118 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo keeyyattoota Isaatti kan amantan taataniif, waan maqaan Rabbii irratti…

Suuratu Aayah 118/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 116–120. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers