Al-An'am · 117/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ مَن يَضِلُّ عَن سَبِيلِهِ ۖ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ ١١٧
Transliteration
Inna rabbaka Huwa a`lamu mai yadillu `an sabeelihee wa Huwa a`lamu bilmuhtadeen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Gooftaan kee Isumatu nama karaa Isaa irraa jallatu irra beeka; warra qajeelanis Isumatu beeka
🎧 Caqasi
📜 Aayah 115-119 — Al-An'am
115وَتَمَّتْ كَلِمَتُ رَبِّكَ صِدْقًا وَعَدْلًا ۚ لَّا مُبَدِّلَ لِكَلِمَاتِهِ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Jechi Gooftaa keetii dhugaafi haqa haala taeen xumurameeraJechoota Isaatiif jijjiiraan hin jiruInni dhagayaa, beekaadha
116وَإِن تُطِعْ أَكْثَرَ مَن فِي الْأَرْضِ يُضِلُّوكَ عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ وَإِنْ هُمْ إِلَّا يَخْرُصُونَ
Yoo irra hedduu namoota dachii keessaatiin ajajamte, karaa Rabbii irraa si jallisuIsaan shakkii malee homaa hin hordofanIsaan kijiboo malee homaa hin taane
117إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ مَن يَضِلُّ عَن سَبِيلِهِ ۖ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isumatu nama karaa Isaa irraa jallatu irra beeka; warra qajeelanis Isumatu beeka
118فَكُلُوا مِمَّا ذُكِرَ اسْمُ اللَّهِ عَلَيْهِ إِن كُنتُم بِآيَاتِهِ مُؤْمِنِينَ
Yoo keeyyattoota Isaatti kan amantan taataniif, waan maqaan Rabbii irratti dubbatame irraa qofa nyaadhaa
119وَمَا لَكُمْ أَلَّا تَأْكُلُوا مِمَّا ذُكِرَ اسْمُ اللَّهِ عَلَيْهِ وَقَدْ فَصَّلَ لَكُم مَّا حَرَّمَ عَلَيْكُمْ إِلَّا مَا اضْطُرِرْتُمْ إِلَيْهِ ۗ وَإِنَّ كَثِيرًا لَّيُضِلُّونَ بِأَهْوَائِهِم بِغَيْرِ عِلْمٍ ۗ إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِالْمُعْتَدِينَ
Sila maaltu isiniif jiraayyi waan maqaan Rabbii irratti dubbatame nyaachuu dhiiftan? Wanti gara isaatti rakkifamtan odoo hafuu dhugumatti, Inni wantoota isin irratti dhorgamaa godhe isiniif addeesseeraDhugumatti, (namoonni) baay’een beekumsaan malee fedha lubbuu isaaniitiin jallatuDhugumatti, Gooftaan kee Isaatu irra beekaa warra daangaa d
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
117Aayah
Hiikkaa — Al-An'am 117
Suuratu Al-An'am Aayah 117 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Gooftaan kee Isumatu nama karaa Isaa irraa jallatu irra…Suuratu Aayah 117/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 115–119. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








