Al-An'am · 56/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
قُلْ إِنِّي نُهِيتُ أَنْ أَعْبُدَ الَّذِينَ تَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ ۚ قُل لَّا أَتَّبِعُ أَهْوَاءَكُمْ ۙ قَدْ ضَلَلْتُ إِذًا وَمَا أَنَا مِنَ الْمُهْتَدِينَ ۝٥٦
Qul innee nuheetu an a`budal lazeena tad`oona min doonil laah; qul laaa attabi`u ahwaaa`akum qad dalaltu izanw wa maaa ana minal muhtadeen
📖 Afaan Oromoon
Ani warra isin Rabbiin ala gabbartan gabbaruu irraa dhorgameera" jedhi"Ani fedha lubbuu keessanii hin hordofu, yoos dhugumatti ani jalladhe; warra qajeelan irraahii miti" jedhi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 54-58 — Al-An'am

54وَإِذَا جَاءَكَ الَّذِينَ يُؤْمِنُونَ بِآيَاتِنَا فَقُلْ سَلَامٌ عَلَيْكُمْ ۖ كَتَبَ رَبُّكُمْ عَلَىٰ نَفْسِهِ الرَّحْمَةَ ۖ أَنَّهُ مَنْ عَمِلَ مِنكُمْ سُوءًا بِجَهَالَةٍ ثُمَّ تَابَ مِن بَعْدِهِ وَأَصْلَحَ فَأَنَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Yeroo warri keeyyattoota keenyatti amanan sitti dhufan "Nageenyi isin irra haa jiraatuGooftaan keessan lubbuu Isaa irratti rahmata barreesseera: ‘namni isin irraa wallaalumaan hamtuu hojjatee ergasii isa booda gara Rabbii deebi’ee toltuu hojjate, dhugumatti Inni (isaaf) araaramaa, (isaaf) rahmata godhaa dha" (jedhi)
55وَكَذَٰلِكَ نُفَصِّلُ الْآيَاتِ وَلِتَسْتَبِينَ سَبِيلُ الْمُجْرِمِينَ
Akkasumas akka (dhugaan mirkanaauu fi) karaan yakkamtootaas ifa ta’uuf jecha keeyyattoota addeessina
56قُلْ إِنِّي نُهِيتُ أَنْ أَعْبُدَ الَّذِينَ تَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ ۚ قُل لَّا أَتَّبِعُ أَهْوَاءَكُمْ ۙ قَدْ ضَلَلْتُ إِذًا وَمَا أَنَا مِنَ الْمُهْتَدِينَ
Ani warra isin Rabbiin ala gabbartan gabbaruu irraa dhorgameera" jedhi"Ani fedha lubbuu keessanii hin hordofu, yoos dhugumatti ani jalladhe; warra qajeelan irraahii miti" jedhi
57قُلْ إِنِّي عَلَىٰ بَيِّنَةٍ مِّن رَّبِّي وَكَذَّبْتُم بِهِ ۚ مَا عِندِي مَا تَسْتَعْجِلُونَ بِهِ ۚ إِنِ الْحُكْمُ إِلَّا لِلَّهِ ۖ يَقُصُّ الْحَقَّ ۖ وَهُوَ خَيْرُ الْفَاصِلِينَ
Jedhi: "Ani ragaa ifa ta’e kan Gooftaa kiyya irraa dhufe irran jiraIsin isa kijibsiiftaniWanti isin arifachiifattan ana bira hin jiruMurtiin Rabbiif malee hin taaneInni dhugaa murteessaInni irra caalaa warra murteessaniiti
58قُل لَّوْ أَنَّ عِندِي مَا تَسْتَعْجِلُونَ بِهِ لَقُضِيَ الْأَمْرُ بَيْنِي وَبَيْنَكُمْ ۗ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِالظَّالِمِينَ
Jedhi: "Odoo wanti isin arifachiifattan ana bira jiraatee, silaa dhimmichi gidduu kiyyaafi gidduu keessanitti ni murtaa’a tureRabbiin miidhaa hojjattoota akkaan beekaadha
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 56

Suuratu Al-An'am Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani warra isin Rabbiin ala gabbartan gabbaruu irraa dhorgameera" jedhi"Ani…

Suuratu Aayah 56/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers