Al-An'am · 57/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
قُلْ إِنِّي عَلَىٰ بَيِّنَةٍ مِّن رَّبِّي وَكَذَّبْتُم بِهِ ۚ مَا عِندِي مَا تَسْتَعْجِلُونَ بِهِ ۚ إِنِ الْحُكْمُ إِلَّا لِلَّهِ ۖ يَقُصُّ الْحَقَّ ۖ وَهُوَ خَيْرُ الْفَاصِلِينَ ۝٥٧
Qul innee `alaa baiyinatim mir Rabbee wa kazzabtum bih; maa `indee maa tasta`jiloona bih; inil hukmu illaa lillaahi yaqussul haqqa wa Huwa khairul faasileen
📖 Afaan Oromoon
Jedhi: "Ani ragaa ifa ta’e kan Gooftaa kiyya irraa dhufe irran jiraIsin isa kijibsiiftaniWanti isin arifachiifattan ana bira hin jiruMurtiin Rabbiif malee hin taaneInni dhugaa murteessaInni irra caalaa warra murteessaniiti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 55-59 — Al-An'am

55وَكَذَٰلِكَ نُفَصِّلُ الْآيَاتِ وَلِتَسْتَبِينَ سَبِيلُ الْمُجْرِمِينَ
Akkasumas akka (dhugaan mirkanaauu fi) karaan yakkamtootaas ifa ta’uuf jecha keeyyattoota addeessina
56قُلْ إِنِّي نُهِيتُ أَنْ أَعْبُدَ الَّذِينَ تَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ ۚ قُل لَّا أَتَّبِعُ أَهْوَاءَكُمْ ۙ قَدْ ضَلَلْتُ إِذًا وَمَا أَنَا مِنَ الْمُهْتَدِينَ
Ani warra isin Rabbiin ala gabbartan gabbaruu irraa dhorgameera" jedhi"Ani fedha lubbuu keessanii hin hordofu, yoos dhugumatti ani jalladhe; warra qajeelan irraahii miti" jedhi
57قُلْ إِنِّي عَلَىٰ بَيِّنَةٍ مِّن رَّبِّي وَكَذَّبْتُم بِهِ ۚ مَا عِندِي مَا تَسْتَعْجِلُونَ بِهِ ۚ إِنِ الْحُكْمُ إِلَّا لِلَّهِ ۖ يَقُصُّ الْحَقَّ ۖ وَهُوَ خَيْرُ الْفَاصِلِينَ
Jedhi: "Ani ragaa ifa ta’e kan Gooftaa kiyya irraa dhufe irran jiraIsin isa kijibsiiftaniWanti isin arifachiifattan ana bira hin jiruMurtiin Rabbiif malee hin taaneInni dhugaa murteessaInni irra caalaa warra murteessaniiti
58قُل لَّوْ أَنَّ عِندِي مَا تَسْتَعْجِلُونَ بِهِ لَقُضِيَ الْأَمْرُ بَيْنِي وَبَيْنَكُمْ ۗ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِالظَّالِمِينَ
Jedhi: "Odoo wanti isin arifachiifattan ana bira jiraatee, silaa dhimmichi gidduu kiyyaafi gidduu keessanitti ni murtaa’a tureRabbiin miidhaa hojjattoota akkaan beekaadha
59۞ وَعِندَهُ مَفَاتِحُ الْغَيْبِ لَا يَعْلَمُهَا إِلَّا هُوَ ۚ وَيَعْلَمُ مَا فِي الْبَرِّ وَالْبَحْرِ ۚ وَمَا تَسْقُطُ مِن وَرَقَةٍ إِلَّا يَعْلَمُهَا وَلَا حَبَّةٍ فِي ظُلُمَاتِ الْأَرْضِ وَلَا رَطْبٍ وَلَا يَابِسٍ إِلَّا فِي كِتَابٍ مُّبِينٍ
Furtuuwwan fagoo (ghaybii) Isa bira jiraIsa malee homtuu ishee hin beekuInni waan dachii keessa jiruufi waan bahra keessa jirus ni beekaBaala irraas tokkollee inni beeku malee hin kufuFiriin dukkana dachii keessaa, jiidhaafi gogaanis kitaaba ifa ta’e keessa jiraatu malee hin hafu
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 57

Suuratu Al-An'am Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jedhi: "Ani ragaa ifa ta’e kan Gooftaa kiyya irraa dhufe…

Suuratu Aayah 57/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers