Al-An'am · 83/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَتِلْكَ حُجَّتُنَا آتَيْنَاهَا إِبْرَاهِيمَ عَلَىٰ قَوْمِهِ ۚ نَرْفَعُ دَرَجَاتٍ مَّن نَّشَاءُ ۗ إِنَّ رَبَّكَ حَكِيمٌ عَلِيمٌ ٨٣
Transliteration
Wa tilka hujjatunaaa aatainaahaaa Ibraaheema `alaa qawmih; narfa`u darajaatim man nashaaa`; inna Rabbaka Hakeemun `Aleem
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Isheen kun ragaa keenyaIbraahiimiif ummata isaa irratti kenninee jirraNama feenes sadarkaawwan keessatti ol fuunaDhugumatti, Gooftaan kee ogeessa, beekaadha
🎧 Caqasi
📜 Aayah 81-85 — Al-An'am
81وَكَيْفَ أَخَافُ مَا أَشْرَكْتُمْ وَلَا تَخَافُونَ أَنَّكُمْ أَشْرَكْتُم بِاللَّهِ مَا لَمْ يُنَزِّلْ بِهِ عَلَيْكُمْ سُلْطَانًا ۚ فَأَيُّ الْفَرِيقَيْنِ أَحَقُّ بِالْأَمْنِ ۖ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Odoo isin waan Inni ragaa isaa isin irratti hin buusin kan gabbartan hin sodaanne taatanuu, ani akkamittin waan isin qindeessitan sodaadha? Yoo kan beektan taataniif garee lamaan keessaa isa kamtu tasgabbii mirga godhata?" (jedhi)
82الَّذِينَ آمَنُوا وَلَمْ يَلْبِسُوا إِيمَانَهُم بِظُلْمٍ أُولَٰئِكَ لَهُمُ الْأَمْنُ وَهُم مُّهْتَدُونَ
Isaannan amananii, iimaana isaanii shirkiidhaan hin makin isaaniif tasgabbiitu jiraIsaanis qajeelfamoodha
83وَتِلْكَ حُجَّتُنَا آتَيْنَاهَا إِبْرَاهِيمَ عَلَىٰ قَوْمِهِ ۚ نَرْفَعُ دَرَجَاتٍ مَّن نَّشَاءُ ۗ إِنَّ رَبَّكَ حَكِيمٌ عَلِيمٌ
Isheen kun ragaa keenyaIbraahiimiif ummata isaa irratti kenninee jirraNama feenes sadarkaawwan keessatti ol fuunaDhugumatti, Gooftaan kee ogeessa, beekaadha
84وَوَهَبْنَا لَهُ إِسْحَاقَ وَيَعْقُوبَ ۚ كُلًّا هَدَيْنَا ۚ وَنُوحًا هَدَيْنَا مِن قَبْلُ ۖ وَمِن ذُرِّيَّتِهِ دَاوُودَ وَسُلَيْمَانَ وَأَيُّوبَ وَيُوسُفَ وَمُوسَىٰ وَهَارُونَ ۚ وَكَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Isihaaqiifi Ya’aquubiin isaaf kennineHundaahuu ni qajeelchineSana duras Nuuhiin qajeelchinee jirraSanyii isaa irraas Daawuud, Sulaymaan, Ayyuub, Yuusuf, Muusaafi Haaruunin (qajeelchinee jirra)Akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
85وَزَكَرِيَّا وَيَحْيَىٰ وَعِيسَىٰ وَإِلْيَاسَ ۖ كُلٌّ مِّنَ الصَّالِحِينَ
Zakariyyaa, Yahyaa, Iisaafi Ilyaasiinis (ni qajeelchine)Hundinuu gaggaarii irraayyi
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
83Aayah
Hiikkaa — Al-An'am 83
Suuratu Al-An'am Aayah 83 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isheen kun ragaa keenyaIbraahiimiif ummata isaa irratti kenninee jirraNama feenes…Suuratu Aayah 83/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 81–85. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








