Al-Qalam · 12/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ أَثِيمٍ ۝١٢
Mannaa`il lilkhairi mu`tadin aseem
📖 Afaan Oromoon
Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-Qalam

10وَلَا تُطِعْ كُلَّ حَلَّافٍ مَّهِينٍ
Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin
11هَمَّازٍ مَّشَّاءٍ بِنَمِيمٍ
Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan taeef (hin ajajamin)
12مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ أَثِيمٍ
Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis
13عُتُلٍّ بَعْدَ ذَٰلِكَ زَنِيمٍ
Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan taeen (hin ajajamin)
14أَن كَانَ ذَا مَالٍ وَبَنِينَ
Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii taeef (boonee kafare)
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 12

Suuratu Al-Qalam Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis

Suuratu Aayah 12/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers