Al-Qalam · 13/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
عُتُلٍّ بَعْدَ ذَٰلِكَ زَنِيمٍ ۝١٣
Utullim ba`da zaalika zaneem
📖 Afaan Oromoon
Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan taeen (hin ajajamin)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Al-Qalam

11هَمَّازٍ مَّشَّاءٍ بِنَمِيمٍ
Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan taeef (hin ajajamin)
12مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ أَثِيمٍ
Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis
13عُتُلٍّ بَعْدَ ذَٰلِكَ زَنِيمٍ
Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan taeen (hin ajajamin)
14أَن كَانَ ذَا مَالٍ وَبَنِينَ
Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii taeef (boonee kafare)
15إِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِ آيَاتُنَا قَالَ أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Yeroo keeyyattoonni Keenya isa irratti dubbifamtu, "(kun) ogbarruu warra duriiti" jedhe
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 13

Suuratu Al-Qalam Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan taeen (hin ajajamin)

Suuratu Aayah 13/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers