Al-Haqqah · 44/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَلَوْ تَقَوَّلَ عَلَيْنَا بَعْضَ الْأَقَاوِيلِ ۝٤٤
Wa law taqawwala `alainaa ba`dal aqaaweel
📖 Afaan Oromoon
Odoo garii jechootaa (kan Nuti hin jedhin) Nurratti dubbatee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 42-46 — Suuratu Al-Haqqah

42وَلَا بِقَوْلِ كَاهِنٍ ۚ قَلِيلًا مَّا تَذَكَّرُونَ
Jecha raagaatiis miti; xiqqoo malee hin gorfamtanu
43تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
44وَلَوْ تَقَوَّلَ عَلَيْنَا بَعْضَ الْأَقَاوِيلِ
Odoo garii jechootaa (kan Nuti hin jedhin) Nurratti dubbatee
45لَأَخَذْنَا مِنْهُ بِالْيَمِينِ
Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre
46ثُمَّ لَقَطَعْنَا مِنْهُ الْوَتِينَ
Ergasii hidda onnee isarraa kunna turre
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 44

Suuratu Al-Haqqah Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo garii jechootaa (kan Nuti hin jedhin) Nurratti dubbatee

Suuratu Aayah 44/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers