Al-Haqqah · 43/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ ۝٤٣
Tanzeelum mir rabbil `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 41-45 — Suuratu Al-Haqqah

41وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَاعِرٍ ۚ قَلِيلًا مَّا تُؤْمِنُونَ
Inni jecha weellisaatii miti; xiqquma qofa amantu
42وَلَا بِقَوْلِ كَاهِنٍ ۚ قَلِيلًا مَّا تَذَكَّرُونَ
Jecha raagaatiis miti; xiqqoo malee hin gorfamtanu
43تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
44وَلَوْ تَقَوَّلَ عَلَيْنَا بَعْضَ الْأَقَاوِيلِ
Odoo garii jechootaa (kan Nuti hin jedhin) Nurratti dubbatee
45لَأَخَذْنَا مِنْهُ بِالْيَمِينِ
Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 43

Suuratu Al-Haqqah Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha

Suuratu Aayah 43/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers