Al-A'raf · 105/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
حَقِيقٌ عَلَىٰ أَن لَّا أَقُولَ عَلَى اللَّهِ إِلَّا الْحَقَّ ۚ قَدْ جِئْتُكُم بِبَيِّنَةٍ مِّن رَّبِّكُمْ فَأَرْسِلْ مَعِيَ بَنِي إِسْرَائِيلَ ۝١٠٥
Haqeequn `alaaa al laaa aqoola `alal laahi illal haqq; qad ji`tukum bibaiyinatim mir Rabbikum fa arsil ma`iya Baneee Israaa`eel
📖 Afaan Oromoon
Rabbi irratti dhugaa malee dubbachuu dhiisuun koo dhugaadha; dhugumatti, ani ragaa ifa galaa Gooftaa keessan irraa ta’een isinitti dhufeeraKanaafuu Ilmaan Israa’iil na wajjiin gadi dhiisi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 103-107 — Al-A'raf

103ثُمَّ بَعَثْنَا مِن بَعْدِهِم مُّوسَىٰ بِآيَاتِنَا إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِ فَظَلَمُوا بِهَا ۖ فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُفْسِدِينَ
Ergasii isaan booda mallattoowwan keenyaan Muusaa gara Fir’awniifi qondaalota isaatti erginee jirraIsaanis fudhachuu didanBooddeen (itti galli) balleessa hojjattootaa akkam akka ta’e ilaali
104وَقَالَ مُوسَىٰ يَا فِرْعَوْنُ إِنِّي رَسُولٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Muusaanis ni jedhe: "Yaa Fir’awna! Dhugumatti, ani ergamaa Gooftaa aalama hundaa irraa ta’eedha
105حَقِيقٌ عَلَىٰ أَن لَّا أَقُولَ عَلَى اللَّهِ إِلَّا الْحَقَّ ۚ قَدْ جِئْتُكُم بِبَيِّنَةٍ مِّن رَّبِّكُمْ فَأَرْسِلْ مَعِيَ بَنِي إِسْرَائِيلَ
Rabbi irratti dhugaa malee dubbachuu dhiisuun koo dhugaadha; dhugumatti, ani ragaa ifa galaa Gooftaa keessan irraa ta’een isinitti dhufeeraKanaafuu Ilmaan Israa’iil na wajjiin gadi dhiisi
106قَالَ إِن كُنتَ جِئْتَ بِآيَةٍ فَأْتِ بِهَا إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
(Fir’awnis) "Yoo mallattoon dhufteef, yoo warra dhugaa dubbatan irraa taateef ishee fidi" jedheen
107فَأَلْقَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ ثُعْبَانٌ مُّبِينٌ
Ulee isaa darbate; isheen yeroma san bofa ifa galaa taate
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
105Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 105

Suuratu Al-A'raf Aayah 105 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbi irratti dhugaa malee dubbachuu dhiisuun koo dhugaadha; dhugumatti, ani…

Suuratu Aayah 105/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 103–107. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers