Al-A'raf · 192/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
وَلَا يَسْتَطِيعُونَ لَهُمْ نَصْرًا وَلَا أَنفُسَهُمْ يَنصُرُونَ ١٩٢
Transliteration
Wa laa yastatee`oona lahum nasranw wa laaa anfusahum yansuroon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Isaan gargaaruus ta’ee lubbuu isaanii gargaaruu hin danda’an
🎧 Caqasi
📜 Aayah 190-194 — Al-A'raf
190فَلَمَّا آتَاهُمَا صَالِحًا جَعَلَا لَهُ شُرَكَاءَ فِيمَا آتَاهُمَا ۚ فَتَعَالَى اللَّهُ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Yeroo Inni ilma gaarii isaaniif kennu waan Inni isaaniif kenne (maqaa) keessatti Isaaf shariika taasisanRabbiin waan isaan Isa waliin gabbaran irraa ol ta’eera
191أَيُشْرِكُونَ مَا لَا يَخْلُقُ شَيْئًا وَهُمْ يُخْلَقُونَ
Sila warra ofiifuu uumamoo ta’anii, waa tokko uumuu hin dandeenye Rabbitti qindeessuu
192وَلَا يَسْتَطِيعُونَ لَهُمْ نَصْرًا وَلَا أَنفُسَهُمْ يَنصُرُونَ
Isaan gargaaruus ta’ee lubbuu isaanii gargaaruu hin danda’an
193وَإِن تَدْعُوهُمْ إِلَى الْهُدَىٰ لَا يَتَّبِعُوكُمْ ۚ سَوَاءٌ عَلَيْكُمْ أَدَعَوْتُمُوهُمْ أَمْ أَنتُمْ صَامِتُونَ
Yoo isin gara qajeelumaa isaan waamtanis isin hin hordofanIsaan waamtanus yookiin cal’iftoota taatanus isin irratti walqixa
194إِنَّ الَّذِينَ تَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ عِبَادٌ أَمْثَالُكُمْ ۖ فَادْعُوهُمْ فَلْيَسْتَجِيبُوا لَكُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Dhugumatti, isaan isin Rabbii gaditti gabbartan gabrootuma fakkii keessaniitiYoo kan dhugaa dubbattan taataniif mee isaan kadhaa isiniif haa awwaatanuu
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
192Aayah
Hiikkaa — Al-A'raf 192
Suuratu Al-A'raf Aayah 192 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan gargaaruus ta’ee lubbuu isaanii gargaaruu hin danda’anSuuratu Aayah 192/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 190–194. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








