Al-Qiyamah · 12/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qiyamah
إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمُسْتَقَرُّ ۝١٢
Ilaa rabbika yawma `izinil mustaqarr
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 10-14 — Al-Qiyamah

10يَقُولُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ أَيْنَ الْمَفَرُّ
Guyyaa san namni "bakki baqaa eessa?" jedha
11كَلَّا لَا وَزَرَ
Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru
12إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمُسْتَقَرُّ
Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti
13يُنَبَّأُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ بِمَا قَدَّمَ وَأَخَّرَ
Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama
14بَلِ الْإِنسَانُ عَلَىٰ نَفْسِهِ بَصِيرَةٌ
Dhugumatti, namni of irratti ragaadha
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 12

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti

Suuratu Aayah 12/40 — Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qiyamah Caqasi, Al-Qiyamah Hiikkaa, Al-Qiyamah mp3, Al-Qiyamah pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers