Al-Qiyamah · 13/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
يُنَبَّأُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ بِمَا قَدَّمَ وَأَخَّرَ ۝١٣
Yunabba `ul insaanu yawma `izim bimaa qaddama wa akhkhar
📖 Afaan Oromoon
Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Al-Qiyamah

11كَلَّا لَا وَزَرَ
Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru
12إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمُسْتَقَرُّ
Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti
13يُنَبَّأُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ بِمَا قَدَّمَ وَأَخَّرَ
Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama
14بَلِ الْإِنسَانُ عَلَىٰ نَفْسِهِ بَصِيرَةٌ
Dhugumatti, namni of irratti ragaadha
15وَلَوْ أَلْقَىٰ مَعَاذِيرَهُ
Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 13

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama

Suuratu Aayah 13/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers