Al-Qiyamah · 11/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
كَلَّا لَا وَزَرَ ۝١١
Kallaa laa wazar
📖 Afaan Oromoon
Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Qiyamah

9وَجُمِعَ الشَّمْسُ وَالْقَمَرُ
Aduufi jiinis walitti qabamu
10يَقُولُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ أَيْنَ الْمَفَرُّ
Guyyaa san namni "bakki baqaa eessa?" jedha
11كَلَّا لَا وَزَرَ
Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru
12إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمُسْتَقَرُّ
Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti
13يُنَبَّأُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ بِمَا قَدَّمَ وَأَخَّرَ
Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 11

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru

Suuratu Aayah 11/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers