An-Naba · 12/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
وَبَنَيْنَا فَوْقَكُمْ سَبْعًا شِدَادًا ۝١٢
Wa banaina fauqakum sab `an shi daada
📖 Afaan Oromoon
Gubbaa keessanittis [samii] jajjaboo torba ijaarre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu An-Naba

10وَجَعَلْنَا اللَّيْلَ لِبَاسًا
Halkan uffata goone
11وَجَعَلْنَا النَّهَارَ مَعَاشًا
Guyyaas yeroo jireenyaa (keessa hojjatan) goone
12وَبَنَيْنَا فَوْقَكُمْ سَبْعًا شِدَادًا
Gubbaa keessanittis [samii] jajjaboo torba ijaarre
13وَجَعَلْنَا سِرَاجًا وَهَّاجًا
Ifaa bobaaas uumne
14وَأَنزَلْنَا مِنَ الْمُعْصِرَاتِ مَاءً ثَجَّاجًا
Duumessa irraas bishaan dhangalaaa baayee buufne
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — An-Naba 12

Suuratu An-Naba Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gubbaa keessanittis [samii] jajjaboo torba ijaarre

Suuratu Aayah 12/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers