An-Naba · 11/40
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naba
وَجَعَلْنَا النَّهَارَ مَعَاشًا ۝١١
Waja`alnan nahara ma `aasha
📖 Afaan Oromoon
Guyyaas yeroo jireenyaa (keessa hojjatan) goone

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — An-Naba

9وَجَعَلْنَا نَوْمَكُمْ سُبَاتًا
Hirriba keessan boqonnaa goone
10وَجَعَلْنَا اللَّيْلَ لِبَاسًا
Halkan uffata goone
11وَجَعَلْنَا النَّهَارَ مَعَاشًا
Guyyaas yeroo jireenyaa (keessa hojjatan) goone
12وَبَنَيْنَا فَوْقَكُمْ سَبْعًا شِدَادًا
Gubbaa keessanittis [samii] jajjaboo torba ijaarre
13وَجَعَلْنَا سِرَاجًا وَهَّاجًا
Ifaa bobaaas uumne
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — An-Naba 11

Suuratu An-Naba Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaas yeroo jireenyaa (keessa hojjatan) goone

Suuratu Aayah 11/40 — An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naba Caqasi, An-Naba Hiikkaa, An-Naba mp3, An-Naba pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers