An-Nazi'at · 33/46
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nazi'at
مَتَاعًا لَّكُمْ وَلِأَنْعَامِكُمْ ۝٣٣
Mataa`al lakum wali an `aamikum
📖 Afaan Oromoon
Isiniifi beelladoota keessan qanansiisuuf [kana godhe]
🎧 Caqasi

📜 Aayah 31-35 — An-Nazi'at

31أَخْرَجَ مِنْهَا مَاءَهَا وَمَرْعَاهَا
Ishee irraa bishaan isheetiifi biqiltuu ishee ni baase
32وَالْجِبَالَ أَرْسَاهَا
Gaarreenis dachii irra ni dhaabe
33مَتَاعًا لَّكُمْ وَلِأَنْعَامِكُمْ
Isiniifi beelladoota keessan qanansiisuuf [kana godhe]
34فَإِذَا جَاءَتِ الطَّامَّةُ الْكُبْرَىٰ
Yeroo balaan guddoon (Qiyaamaan) dhufte
35يَوْمَ يَتَذَكَّرُ الْإِنسَانُ مَا سَعَىٰ
Guyyaa namni waan hojjate hunda yaadatu
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 33

Suuratu An-Nazi'at Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isiniifi beelladoota keessan qanansiisuuf [kana godhe]

Suuratu Aayah 33/46 — An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nazi'at Caqasi, An-Nazi'at Hiikkaa, An-Nazi'at mp3, An-Nazi'at pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers