An-Nazi'at · 45/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
إِنَّمَا أَنتَ مُنذِرُ مَن يَخْشَاهَا ۝٤٥
Innamaaa anta munziru maiy yakshaahaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, ati akeekkachiisaa nama ishee sodaatuuti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 43-46 — Suuratu An-Nazi'at

43فِيمَ أَنتَ مِن ذِكْرَاهَا
Ati beekumsa ishee irraa maal keessa jirta
44إِلَىٰ رَبِّكَ مُنتَهَاهَا
Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti
45إِنَّمَا أَنتَ مُنذِرُ مَن يَخْشَاهَا
Dhugumatti, ati akeekkachiisaa nama ishee sodaatuuti
46كَأَنَّهُمْ يَوْمَ يَرَوْنَهَا لَمْ يَلْبَثُوا إِلَّا عَشِيَّةً أَوْ ضُحَاهَا
Isaan guyyaa ishee argan waan galgala tokko yookiin ganama tokko malee (addunyaa irra) hin turin itti fakkaata
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 45

Suuratu An-Nazi'at Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, ati akeekkachiisaa nama ishee sodaatuuti

Suuratu Aayah 45/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 43–46. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers