An-Nazi'at · 44/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
إِلَىٰ رَبِّكَ مُنتَهَاهَا ۝٤٤
Ilaa Rabbika muntahaa haa
📖 Afaan Oromoon
Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 42-46 — Suuratu An-Nazi'at

42يَسْأَلُونَكَ عَنِ السَّاعَةِ أَيَّانَ مُرْسَاهَا
[Yaa Muhammad SAW!] Qiyaamaa irraa, yoom argamtii ishee si gaafatu
43فِيمَ أَنتَ مِن ذِكْرَاهَا
Ati beekumsa ishee irraa maal keessa jirta
44إِلَىٰ رَبِّكَ مُنتَهَاهَا
Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti
45إِنَّمَا أَنتَ مُنذِرُ مَن يَخْشَاهَا
Dhugumatti, ati akeekkachiisaa nama ishee sodaatuuti
46كَأَنَّهُمْ يَوْمَ يَرَوْنَهَا لَمْ يَلْبَثُوا إِلَّا عَشِيَّةً أَوْ ضُحَاهَا
Isaan guyyaa ishee argan waan galgala tokko yookiin ganama tokko malee (addunyaa irra) hin turin itti fakkaata
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 44

Suuratu An-Nazi'at Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti

Suuratu Aayah 44/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers