Al-Mutaffifin · 26/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
خِتَامُهُ مِسْكٌ ۚ وَفِي ذَٰلِكَ فَلْيَتَنَافَسِ الْمُتَنَافِسُونَ ۝٢٦
Khitaamuhoo misk; wa fee zaalika falyatanaafasil Mutanaafisoon
📖 Afaan Oromoon
Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa dorgoman

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Al-Mutaffifin

24تَعْرِفُ فِي وُجُوهِهِمْ نَضْرَةَ النَّعِيمِ
Fuula isaanii keessatti ifina qananii ni beekta
25يُسْقَوْنَ مِن رَّحِيقٍ مَّخْتُومٍ
Farsoo qadaadamaa irraa obaafamu
26خِتَامُهُ مِسْكٌ ۚ وَفِي ذَٰلِكَ فَلْيَتَنَافَسِ الْمُتَنَافِسُونَ
Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa dorgoman
27وَمِزَاجُهُ مِن تَسْنِيمٍ
Makaan isaas ‘Tasniim’ irraayi
28عَيْنًا يَشْرَبُ بِهَا الْمُقَرَّبُونَ
(Tasniim) laga warri Rabbitti dhiheeffaman dhuganiidha
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 26

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa…

Suuratu Aayah 26/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers