Al-Mutaffifin · 34/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
فَالْيَوْمَ الَّذِينَ آمَنُوا مِنَ الْكُفَّارِ يَضْحَكُونَ ۝٣٤
Fal yawmal lazeena aamanoo minal kuffaari yadhakoon
📖 Afaan Oromoon
Har’a (guyyaa kaafamiinsaa) isaan amanantu kaafirootatti kolfa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 32-36 — Suuratu Al-Mutaffifin

32وَإِذَا رَأَوْهُمْ قَالُوا إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَضَالُّونَ
Yeroo isaan arganis "dhugumatti, isaan kun jallattoota" jedhu
33وَمَا أُرْسِلُوا عَلَيْهِمْ حَافِظِينَ
Haala toattoota taanii isaan irratti hin ergaminiin
34فَالْيَوْمَ الَّذِينَ آمَنُوا مِنَ الْكُفَّارِ يَضْحَكُونَ
Har’a (guyyaa kaafamiinsaa) isaan amanantu kaafirootatti kolfa
35عَلَى الْأَرَائِكِ يَنظُرُونَ
Sireewwan irra (taanii) ilaalu
36هَلْ ثُوِّبَ الْكُفَّارُ مَا كَانُوا يَفْعَلُونَ
Sila kaafiroonni waan dalagaa turan mindeffamaniiruu?” [jedhu]
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 34

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Har’a (guyyaa kaafamiinsaa) isaan amanantu kaafirootatti kolfa

Suuratu Aayah 34/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers