Al-Fajr · 10/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Fajr
وَفِرْعَوْنَ ذِي الْأَوْتَادِ ۝١٠
Wa fir`awna zil awtaad
📖 Afaan Oromoon
Firawniinis abbaa shikaalaatti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 8-12 — Al-Fajr

8الَّتِي لَمْ يُخْلَقْ مِثْلُهَا فِي الْبِلَادِ
Ishee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san
9وَثَمُودَ الَّذِينَ جَابُوا الصَّخْرَ بِالْوَادِ
Samuudittis warra laga (Hijri) keessatti dhagaa uran (mana irraa tolfatan)
10وَفِرْعَوْنَ ذِي الْأَوْتَادِ
Firawniinis abbaa shikaalaatti
11الَّذِينَ طَغَوْا فِي الْبِلَادِ
Isaan biyyoota keessatti daangaa dabran
12فَأَكْثَرُوا فِيهَا الْفَسَادَ
Kan ishee keessatti badii baayisan
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 10

Suuratu Al-Fajr Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Firawniinis abbaa shikaalaatti

Suuratu Aayah 10/30 — Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Fajr Caqasi, Al-Fajr Hiikkaa, Al-Fajr mp3, Al-Fajr pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers