Al-Fajr · 22/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Fajr
وَجَاءَ رَبُّكَ وَالْمَلَكُ صَفًّا صَفًّا ۝٢٢
Wa jaaa`a Rabbuka wal malaku saffan saffaa
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan]
🎧 Caqasi

📜 Aayah 20-24 — Al-Fajr

20وَتُحِبُّونَ الْمَالَ حُبًّا جَمًّا
Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu
21كَلَّا إِذَا دُكَّتِ الْأَرْضُ دَكًّا دَكًّا
Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte
22وَجَاءَ رَبُّكَ وَالْمَلَكُ صَفًّا صَفًّا
(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan]
23وَجِيءَ يَوْمَئِذٍ بِجَهَنَّمَ ۚ يَوْمَئِذٍ يَتَذَكَّرُ الْإِنسَانُ وَأَنَّىٰ لَهُ الذِّكْرَىٰ
Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree
24يَقُولُ يَا لَيْتَنِي قَدَّمْتُ لِحَيَاتِي
Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 22

Suuratu Al-Fajr Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan]

Suuratu Aayah 22/30 — Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Fajr Caqasi, Al-Fajr Hiikkaa, Al-Fajr mp3, Al-Fajr pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers