Al-Fajr · 21/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
كَلَّا إِذَا دُكَّتِ الْأَرْضُ دَكًّا دَكًّا ۝٢١
Kallaaa izaaa dukkatil ardu dakkan dakka
📖 Afaan Oromoon
Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Al-Fajr

19وَتَأْكُلُونَ التُّرَاثَ أَكْلًا لَّمًّا
Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu
20وَتُحِبُّونَ الْمَالَ حُبًّا جَمًّا
Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu
21كَلَّا إِذَا دُكَّتِ الْأَرْضُ دَكًّا دَكًّا
Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte
22وَجَاءَ رَبُّكَ وَالْمَلَكُ صَفًّا صَفًّا
(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan]
23وَجِيءَ يَوْمَئِذٍ بِجَهَنَّمَ ۚ يَوْمَئِذٍ يَتَذَكَّرُ الْإِنسَانُ وَأَنَّىٰ لَهُ الذِّكْرَىٰ
Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 21

Suuratu Al-Fajr Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte

Suuratu Aayah 21/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers