Al-Fajr · 23/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Fajr
وَجِيءَ يَوْمَئِذٍ بِجَهَنَّمَ ۚ يَوْمَئِذٍ يَتَذَكَّرُ الْإِنسَانُ وَأَنَّىٰ لَهُ الذِّكْرَىٰ ۝٢٣
Wa jeee`a yawma`izim bi jahannnam; Yawma `iziny yatazakkarul insaanu wa annaa lahuz zikraa
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree
🎧 Caqasi

📜 Aayah 21-25 — Al-Fajr

21كَلَّا إِذَا دُكَّتِ الْأَرْضُ دَكًّا دَكًّا
Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte
22وَجَاءَ رَبُّكَ وَالْمَلَكُ صَفًّا صَفًّا
(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan]
23وَجِيءَ يَوْمَئِذٍ بِجَهَنَّمَ ۚ يَوْمَئِذٍ يَتَذَكَّرُ الْإِنسَانُ وَأَنَّىٰ لَهُ الذِّكْرَىٰ
Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree
24يَقُولُ يَا لَيْتَنِي قَدَّمْتُ لِحَيَاتِي
Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa
25فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُعَذِّبُ عَذَابَهُ أَحَدٌ
Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 23

Suuratu Al-Fajr Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa…

Suuratu Aayah 23/30 — Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Fajr Caqasi, Al-Fajr Hiikkaa, Al-Fajr mp3, Al-Fajr pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers