Al-Fajr · 26/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
وَلَا يُوثِقُ وَثَاقَهُ أَحَدٌ ۝٢٦
Wa laa yoosiqu wasaaqa hooo ahad
📖 Afaan Oromoon
Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Al-Fajr

24يَقُولُ يَا لَيْتَنِي قَدَّمْتُ لِحَيَاتِي
Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa
25فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُعَذِّبُ عَذَابَهُ أَحَدٌ
Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu
26وَلَا يُوثِقُ وَثَاقَهُ أَحَدٌ
Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu
27يَا أَيَّتُهَا النَّفْسُ الْمُطْمَئِنَّةُ
“Yaa lubbuu tasgabbooftuu
28ارْجِعِي إِلَىٰ رَبِّكِ رَاضِيَةً مَّرْضِيَّةً
Jaallataa, jaallatamaa gara Gooftaa keetii deebii
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 26

Suuratu Al-Fajr Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu

Suuratu Aayah 26/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers