Al-Fajr · 25/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُعَذِّبُ عَذَابَهُ أَحَدٌ ۝٢٥
Fa Yawma izil laa yu`azzibu `azaabahooo ahad
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Al-Fajr

23وَجِيءَ يَوْمَئِذٍ بِجَهَنَّمَ ۚ يَوْمَئِذٍ يَتَذَكَّرُ الْإِنسَانُ وَأَنَّىٰ لَهُ الذِّكْرَىٰ
Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree
24يَقُولُ يَا لَيْتَنِي قَدَّمْتُ لِحَيَاتِي
Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa
25فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُعَذِّبُ عَذَابَهُ أَحَدٌ
Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu
26وَلَا يُوثِقُ وَثَاقَهُ أَحَدٌ
Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu
27يَا أَيَّتُهَا النَّفْسُ الْمُطْمَئِنَّةُ
“Yaa lubbuu tasgabbooftuu
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 25

Suuratu Al-Fajr Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu

Suuratu Aayah 25/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers