Al-A'la · 15/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'la
وَذَكَرَ اسْمَ رَبِّهِ فَصَلَّىٰ ۝١٥
Wa zakaras ma Rabbihee fasallaa
📖 Afaan Oromoon
Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate
🎧 Caqasi

📜 Aayah 13-17 — Al-A'la

13ثُمَّ لَا يَمُوتُ فِيهَا وَلَا يَحْيَىٰ
Ergasii ishee keessatti hin duu; hin jiraatus
14قَدْ أَفْلَحَ مَن تَزَكَّىٰ
Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e
15وَذَكَرَ اسْمَ رَبِّهِ فَصَلَّىٰ
Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate
16بَلْ تُؤْثِرُونَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا
Inumaa isin jiruu addunyaa filattu
17وَالْآخِرَةُ خَيْرٌ وَأَبْقَىٰ
Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu]
Al-A'laTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-A'la 15

Suuratu Al-A'la Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate

Suuratu Aayah 15/19 — Al-A'la الأعلى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'la Caqasi, Al-A'la Hiikkaa, Al-A'la mp3, Al-A'la pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers