Al-A'la · 16/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'la
بَلْ تُؤْثِرُونَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا ۝١٦
Bal tu`siroonal hayaatad dunyaa
📖 Afaan Oromoon
Inumaa isin jiruu addunyaa filattu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-A'la

14قَدْ أَفْلَحَ مَن تَزَكَّىٰ
Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e
15وَذَكَرَ اسْمَ رَبِّهِ فَصَلَّىٰ
Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate
16بَلْ تُؤْثِرُونَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا
Inumaa isin jiruu addunyaa filattu
17وَالْآخِرَةُ خَيْرٌ وَأَبْقَىٰ
Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu]
18إِنَّ هَٰذَا لَفِي الصُّحُفِ الْأُولَىٰ
Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira
Al-A'laTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-A'la 16

Suuratu Al-A'la Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inumaa isin jiruu addunyaa filattu

Suuratu Aayah 16/19 — Suuratu Al-A'la الأعلى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'la Caqasi, Suuratu Al-A'la Hiikkaa, Suuratu Al-A'la mp3, Suuratu Al-A'la pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers