Yunus · 63/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
الَّذِينَ آمَنُوا وَكَانُوا يَتَّقُونَ ٦٣
Transliteration
Allazeena aamanoo wa kaanoo yattaqoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Isaan warra amananii, (Rabbiin) sodaachaa turaniidha
🎧 Caqasi
📜 Aayah 61-65 — Yunus
61وَمَا تَكُونُ فِي شَأْنٍ وَمَا تَتْلُو مِنْهُ مِن قُرْآنٍ وَلَا تَعْمَلُونَ مِنْ عَمَلٍ إِلَّا كُنَّا عَلَيْكُمْ شُهُودًا إِذْ تُفِيضُونَ فِيهِ ۚ وَمَا يَعْزُبُ عَن رَّبِّكَ مِن مِّثْقَالِ ذَرَّةٍ فِي الْأَرْضِ وَلَا فِي السَّمَاءِ وَلَا أَصْغَرَ مِن ذَٰلِكَ وَلَا أَكْبَرَ إِلَّا فِي كِتَابٍ مُّبِينٍ
(Yaa Muhammad!) Hojii kamillee keessatti hin taatu, Qur’aana irraas isa hin dubbiftu, dalagaa irraa waan tokkos hin hojjattan, yeroo isin isatti seentan Nuti isin irratti ragaa taanu malee hin hafuWanti hanga atomii dachii keessattis ta’ee, samii keessattis Rabbii kee irraa hin fagaatuWanti san irra xiqqaas ta’ee, guuddaan kitaaba addeessaa ta’e keessatti jiraatu malee hin hafu
62أَلَا إِنَّ أَوْلِيَاءَ اللَّهِ لَا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلَا هُمْ يَحْزَنُونَ
Dhagayaa! Dhugumatti, jaalalleen Rabbii sodaan isaan irra hin jiraatu; isaan hin gaddanis
63الَّذِينَ آمَنُوا وَكَانُوا يَتَّقُونَ
Isaan warra amananii, (Rabbiin) sodaachaa turaniidha
64لَهُمُ الْبُشْرَىٰ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَفِي الْآخِرَةِ ۚ لَا تَبْدِيلَ لِكَلِمَاتِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Isaaniif jireenya addunyaa keessattis ta’ee kan Aakhiraa keessatti gammachuutu jiraJechoota Rabbii jijjiiraan hin jiruSun isumatu milkii guddaadha
65وَلَا يَحْزُنكَ قَوْلُهُمْ ۘ إِنَّ الْعِزَّةَ لِلَّهِ جَمِيعًا ۚ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Jechi isaanii si hin gaddisiisinDhugumatti, jabeenyi hunduu kan RabbiitiInni dhaga’aa, beekaadha
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
63Aayah
Hiikkaa — Yunus 63
Suuratu Yunus Aayah 63 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan warra amananii, (Rabbiin) sodaachaa turaniidhaSuuratu Aayah 63/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 61–65. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








