Hud · 45/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Hud
وَنَادَىٰ نُوحٌ رَّبَّهُ فَقَالَ رَبِّ إِنَّ ابْنِي مِنْ أَهْلِي وَإِنَّ وَعْدَكَ الْحَقُّ وَأَنتَ أَحْكَمُ الْحَاكِمِينَ ۝٤٥
Wa naadaa noohur Rabbahoo faqaala Rabbi innabnee min ahlee wa inna wa`dakal haqqu wa Anta ahkamul haakimeen
📖 Afaan Oromoon
Nuuhis Gooftaa isaatti lallabee, “Gooftaa kiyya! dhugumatti, ilmi kiyya maatii kiyya irraayiWaadaan keetis dhugaadhaAtis irra haqa murteessaa abbootii murtiiti” jedhe
🎧 Caqasi

📜 Aayah 43-47 — Hud

43قَالَ سَآوِي إِلَىٰ جَبَلٍ يَعْصِمُنِي مِنَ الْمَاءِ ۚ قَالَ لَا عَاصِمَ الْيَوْمَ مِنْ أَمْرِ اللَّهِ إِلَّا مَن رَّحِمَ ۚ وَحَالَ بَيْنَهُمَا الْمَوْجُ فَكَانَ مِنَ الْمُغْرَقِينَ
(Ilmi isaas) ni jedhe: “Ani fuula dura gara gaara bishaan jalaa na baraarsuun qubadha.” (Nuuhis) ni jedhe: “Har’a wanti ajaja Rabbii irraa nama baraarsu hin jiru; nama Rabbiin rahmata isaaf godhe malee.” Danbaliinis gidduu isaanii haguugeInni warra bishaaniin nyaataman irraa ta’e
44وَقِيلَ يَا أَرْضُ ابْلَعِي مَاءَكِ وَيَا سَمَاءُ أَقْلِعِي وَغِيضَ الْمَاءُ وَقُضِيَ الْأَمْرُ وَاسْتَوَتْ عَلَى الْجُودِيِّ ۖ وَقِيلَ بُعْدًا لِّلْقَوْمِ الظَّالِمِينَ
Ni jedhames: “Yaa dachii! Bishaan kee liqimsiYaa samii! (Bokkaa kee) qabadhu.” Bishaanis xuuxamee hir’ateMurtiin Rabbiis (adabichis) ni raawwatameIsheenis tabba juudiyyi jedhamu irra dhaabbatteNi jedhames: “(rahmata Rabbii irraa) Fageenyi ummata miidhaa hojjattoota irra haa jiraatu!”
45وَنَادَىٰ نُوحٌ رَّبَّهُ فَقَالَ رَبِّ إِنَّ ابْنِي مِنْ أَهْلِي وَإِنَّ وَعْدَكَ الْحَقُّ وَأَنتَ أَحْكَمُ الْحَاكِمِينَ
Nuuhis Gooftaa isaatti lallabee, “Gooftaa kiyya! dhugumatti, ilmi kiyya maatii kiyya irraayiWaadaan keetis dhugaadhaAtis irra haqa murteessaa abbootii murtiiti” jedhe
46قَالَ يَا نُوحُ إِنَّهُ لَيْسَ مِنْ أَهْلِكَ ۖ إِنَّهُ عَمَلٌ غَيْرُ صَالِحٍ ۖ فَلَا تَسْأَلْنِ مَا لَيْسَ لَكَ بِهِ عِلْمٌ ۖ إِنِّي أَعِظُكَ أَن تَكُونَ مِنَ الْجَاهِلِينَ
(Rabbiinis) “Yaa Nuuh! dhugumatti, inni maatii kee irraa mitiInni hojii gaarii hin ta’iniidhaKanaafuu waan beekumsa itti hin qabne na hin gaafatinAni akka ati wallaaltota irraa hin taanen si gorsa” jedhe
47قَالَ رَبِّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ أَنْ أَسْأَلَكَ مَا لَيْسَ لِي بِهِ عِلْمٌ ۖ وَإِلَّا تَغْفِرْ لِي وَتَرْحَمْنِي أَكُن مِّنَ الْخَاسِرِينَ
(Nuuhis) “Gooftaa kiyya! Ani waan beekumsa itti hin qabne si gaafachuu irraa sittin maganfadhaYoo Ati naaf araaramtee, rahmatas naaf hin godhin, warra hoonga’an irraan ta’a” jedhe
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — Hud 45

Suuratu Hud Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuuhis Gooftaa isaatti lallabee, “Gooftaa kiyya! dhugumatti, ilmi kiyya maatii…

Suuratu Aayah 45/123 — Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Hud Caqasi, Hud Hiikkaa, Hud mp3, Hud pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers